Fayyaa Oromoo 소개
Fayyaan dhibee garaa garaa irraa bilisa ta'uudha. Dhibeen kunneen sababaa garaagaraatiin kan nama qabu yoo ta'u of-eeggannoon namni tokko fayyaa qabaachuuf godhu murteessaadha. Namni fayyaa ta'uuf fayyaan maal akka ta'e hubatee yoo dursee itti yaade carraan fayyaa ta'uu isaa warra fayyaan maal akka ta'e itti hin yaadne irraa wayya.
Fayyaa ta'uuf nyaata filachuun, sproortii hojjachuun, ulfina qaama ofii eeguun, dhugaatii alkoolii dhiisanii bishaan dhuguu, tamboo xuuxuu dhiisuun dhibee garaagaaatif saaxilamuu irraa nama baraara. 카나푸우; Fayyaa Oromoo buufadhaa.

더 보기