Barnoota Hawaasaa Kutaa 8ffaa 소개
앱 kana keessatti kan kitaaba hawaasaa keessatti barataan hundaa waan of keessa qabuuf kitaaba keessan bilbilaa keessan keessatti kan fayyadamtanniidha. Kunis immoo yeroo hundaa kitaaban irraanfadhe, kitaaba na jala bade jechuun kan yaadoftaan hin qabdan. Hunduu keessan bilbilaa keessan irratti tola wan gargaramtanniif.
Isiniis 앱 kana namoota biroof illee qooduun akka namni itti fayyadamuu taasisa. App'n kutaan boqonnaa kitaabni qabuu hundaa bifa salphaa ta'een qindeessuun waan dhiyaatef namni illee itti fayyadamuuf baay'ee ni salphata.
Mata-dureen gurguddoo 앱 kanafi kitaaba keessatti ol kaa'amannis akka armaan gadiitti.
아말루타 움마말라파
Uummataa fi sochiilee hawaas-dinagdee
Qabeenya uummammafi guddina hawaas- diinagdee
Seenaa addunyaa ammayyaafi bara jalqabbii isaa
Seenaa afrikaa bara 1500mootaa eegalee jiru
Seenaa itoophiyaa bara ammayyaa
Dhimmoota ijoo addunyaa xiyyeeffannoo barbaadan
제안 사항이 있으면 알려주십시오.

더 보기